audio
audioduration (s) 0.38
349
| text
stringlengths 17
223
| speaker
stringclasses 87
values | split
stringclasses 1
value |
---|---|---|---|
Biliseen ammoo rom'aa ool utaaltee Olaanatti maramte. | SPKR174 | train |
|
Seerri baha jedhan seera turerraa maaliin akka adda ta'u odeeffannoo dabalataa hin kennine. | SPKR174 | train |
|
Badhaanni battaluma miila rukutamnaan fiigee bosona lixee shuguxii ofharkatti hambisuun 'bakka tokkotti hin dhumnuu kaayyoo keenya galmaan gahaa' jechuun hidhannoo | SPKR174 | train |
|
Kun garuu taphoota hanga ammaa taasisan mo'achuu irraa isaan hin dhaabne. | SPKR174 | train |
|
birmannaa dhabuun akka jiru hubattee? | SPKR174 | train |
|
Kanneen mirga Oromoon uumaan qabuuf quuqamanii fi gaafatan, sababa adda addaa itti 44 daldaltootaa fi qotnaan bulaa keessaa utuu | SPKR174 | train |
|
Magaalichaatiin kan muudamu ta'a; Itti waamamni Itti Aanaa Hoji gagg eessaa, Hoji gaggeessaa Magaalichaatiif ta'a. | SPKR174 | train |
|
Bifaanis adda baasuun nama hin rakkisu. | SPKR174 | train |
Subsets and Splits