audio
audioduration (s) 0.38
349
| text
stringlengths 17
223
| speaker
stringclasses 87
values | split
stringclasses 1
value |
---|---|---|---|
Ani akka kaleessaa birmadummaa hin qabu. | SPKR279 | train |
|
Ta'uu baannaan jireenya gadadoo jiraatu. | SPKR279 | train |
|
Galma kaayyachuun bu'uura galma gahuuti. | SPKR279 | train |
|
Kanas yoo beekumsa fayyadame jechuu kooti. | SPKR279 | train |
|
Waajjira yoon dhaqes dhukkubbii malee hojiis akkan hin hojjenne nan hubadhe. | SPKR279 | train |
|
Qabsoo Oromoofis fira yeroo dheeraati. | SPKR279 | train |
|
Kan si leenjisuu san atuu beekta! | SPKR279 | train |
|
hoo'ifataa ture jedhu maanguddoonni seenaa himan. | SPKR279 | train |
|
ba'anii walwaraanaa jiranis ni fakkaatu. | SPKR279 | train |
|
Gorsi ogeeyyiis akka gargaaru himti. | SPKR279 | train |
|
Kubbaan galma ishee gahuuf humna keessaafi alaa fayyadamti. | SPKR279 | train |
|
Egaa Margaan asitti dhalate guddate. | SPKR279 | train |
|
Obseenis dhuftee nu ilaaluuf karaa jalqabdeetti. | SPKR279 | train |
|
Waaqni isra'el Yaahiqobiin Jaallatee Esawuu maaliifjibbe? | SPKR279 | train |
|
Sigigaadheen boolla fagoo sana seene, " jechuun ta'ii gaafasii yaadata. | SPKR279 | train |
|
Keessattuu ijaarsa bu'uuraalee misoomaatiif hedduu nu barbaachisu. | SPKR279 | train |
|
Qabeenya dhabanii boru horuun yoo sammuu qabaatan ni danda'ama. | SPKR279 | train |
|
Iji reeffa dhalasaatii awwalcha isaatii geggeessite. | SPKR279 | train |
|
Gara qaamolee keessaattis yoo gad dhufnu, onnee. | SPKR279 | train |
|
Duduuban natti hin maltuu Garaan kee naf nagaadhaa! | SPKR279 | train |
|
Namootuma hoogganaa naannoo sanii jedhameetu qabsiise. | SPKR279 | train |
|
kan biraarraa kan addaa wanti inni beeku hin jiru. | SPKR279 | train |
|
dogoggora kenniteef jedhee komate. | SPKR279 | train |
|
Qaamni hanna hir'isuuf hundaa'ee hattuu ta'ee argameera. | SPKR279 | train |
|
Fageenya miilidhan lakkawamuun fuullee walii jiru. | SPKR279 | train |
|
Garuu itti gaafatamummaasaa eenyutu fudhataa? " jette Biqiltuun. | SPKR279 | train |
|
Har'a jireenya addunyaa kanaa tokko jettee eegalta! | SPKR279 | train |
|
Akka isheen jettutti sirni Raashiyaa dulloomaa jira. | SPKR279 | train |
|
Kuni kutannoo agarsiisa anatti. " Jedhan. | SPKR279 | train |
|
Sababa kanaaf gatii gadi bu'aan gurgurraa | SPKR279 | train |
|
Akkuma namuu hubachuu danda'u dhalli namaa yoo of beeke, ofirraa hin baqatu. | SPKR279 | train |
|
Nu faana hojjechuu qabda jedhu. | SPKR279 | train |
|
Haalli ummanni Oromoofi qabsoon isaa yeroo ammaa keessa jirtu maal fakkaatti? | SPKR279 | train |
|
Waajjira aadaafi Tuurizimii magaalichaarraa odeeffatee ture. | SPKR279 | train |
|
Waan waa eeganis ni fakkaatu. | SPKR279 | train |
|
Si'achi namni barattoota kufan kana abdatuyyuu hinjiru. | SPKR279 | train |
|
Achiin booda ammo gara biyyoota Awurooppaa biraatti babalachuutu himama. | SPKR279 | train |
|
Dhalli namaa garuu lubbu qabeeyyii kaan irraa wantoota hedduudhaan adda ta'ee argama. | SPKR279 | train |
|
Mootummaan biyya kanaa baasii isaanii hunda danda'ee barsiise. | SPKR279 | train |
|
Dhimmi kun namoota hundas ni ilaallata. | SPKR279 | train |
|
Inni garuu ana se'ee ture. | SPKR279 | train |
|
Irbaata lagaa ta'e, Obbo Ashabbir. | SPKR279 | train |
|
kumaatamaan lakkaa'aman ajjeefamaniiru, '' jedheera. | SPKR279 | train |
|
Sammuun gabroome waa'ee isaa namni biroon akka mirkaneessuuf barbaada. | SPKR279 | train |
|
Margaan irra deddeebi'ee sa'aa ilaala. | SPKR279 | train |
|
Biyyi masaraadha jedheeti dadhabee kan ijaare. | SPKR279 | train |
|
Jaalallisheen dhiphisaa turte, kana booddee maqaa koo akka hinxureessine. | SPKR279 | train |
|
tokkoon akka waligalan taasise. | SPKR279 | train |
|
akka dabsuu gootee, balaa isa mudate kana salphiftee itti himte. | SPKR279 | train |
|
Daldalli alaa garuu laafaa dhufe'' jedhu Obbo Xilaahun. | SPKR279 | train |
|
fala argamsiisinnaa?' jechuun gaafatu. | SPKR279 | train |
|
waa dhufuu akka danda'u ''wallaaleeti miti, '' jedhu. | SPKR279 | train |
|
Uggura jala kan jirtu, amma daangoftee jirti. | SPKR279 | train |
|
Galmaafi galmee mataa kee hoo kaayyattee? | SPKR279 | train |
|
Itti fayyadamuu fi dhiisuun mirga jechuuf malee. | SPKR279 | train |
|
humni kun ammoo humna kallattii alaatti harkisuu dha. | SPKR279 | train |
|
Namni gara hojii deemu nyaara guuruun waan hin malle. | SPKR279 | train |
|
Yeroo sana akkan du'u keessikoo amaneera. | SPKR279 | train |
|
bultii ijaarrachuutti seenuu shamarran Oromooti. | SPKR279 | train |
|
Humna nageenyaa biyyattii daran cimsuuf hojiilee hojjatamuu qaban muraasa asitti akeekna. | SPKR279 | train |
|
''Warri mana sakattaa'aa turanii manasaa ta'uu hin beekne. | SPKR279 | train |
|
Garuu seerallee miti Ka'een waa si gaafadha | SPKR279 | train |
|
Akkamiin kaayyoo kee galmaan geessee seenaa kee galmeeffatta? | SPKR279 | train |
|
biyya bulchuuf dandeessisu hin horanne ture. | SPKR279 | train |
|
Namni kun humna waraanaa hin qabu. | SPKR279 | train |
|
Hojimaata paartii keessaa hangafti ammoo qabsoo keessooti. | SPKR279 | train |
|
Kanaafuu atis ilaalcha keetiin misooma naannoo keetii tumsuuf ilaalchikee ilaalamuu qaba. | SPKR279 | train |
|
meeshaa olaanaatti nama gargaaruudha' jedha. | SPKR279 | train |
|
marsaa biraan akka itti fufaniif gaafate. | SPKR279 | train |
|
Beenyaa yemmuu dhageessutti baay'ee gammaddee, akka malee kolfite. | SPKR279 | train |
|
kun hundi ammoo yeroo gaafata. | SPKR279 | train |
|
"Biiroo " jechuun Biiroo Industir ii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa jechuudha. | SPKR279 | train |
|
Namootni baay'een haala kanaan bulchiinsa biyyaa keessatti hirmaatu. | SPKR279 | train |
|
Ittumaan karaa saaquuf malee, ishee kana qofaa miti gaaffiin ijoollee kanaa. | SPKR279 | train |
|
Waanuma ani jechuu sodaadhe gadi roobsaa jirta. " jechuu hin hafu. | SPKR279 | train |
|
Ammas ni yaadatte, " hammumaan kanallee osuun du'ee hin gaabbu ". | SPKR279 | train |
|
Waa malees akka maraataatti qofaa hin jiraannu. | SPKR279 | train |
|
ni kenna; bu'aa isaas ni hordofa. | SPKR279 | train |
|
Kanaafuu kaadhimni milkii akkam ta'uun milkaa'aa? | SPKR279 | train |
|
Boonsaas dubbiin kun qoma isa qabate. | SPKR279 | train |
|
Osoo kufaatii dheessanii warri akka hin kaanetti kufan illee danuudha. | SPKR279 | train |
|
Garuu yoo dhiifte, ijoolleen ishee kan duraarra isheetti qabamu. | SPKR279 | train |
|
Eebbaaf guyyoonni afur yoo hafan ammas irra deebiin qabaman. | SPKR279 | train |
|
Faannoon socho'uun nageenya booressan irratti tarkaanfii fudhanna'' jedhan. | SPKR279 | train |
|
Kanarraan kan ka'e, mana hidhaatti dabarfamee. | SPKR279 | train |
|
Caffee irrattuu dubbachuu dadhabne, nu ukkaamsu. | SPKR279 | train |
|
hayyama qaama dhimmi ilaallatuun kaffaltii malee itti fayyadamuu ni danda'a. | SPKR279 | train |
|
Kontiraatni isaanii yeroo gannaa dhufu kana waan xumuramuuf. | SPKR279 | train |
|
Hayyuun itti dabaluun faayidaa faaruu yommuu ibsitu | SPKR279 | train |
|
Tarsiimoon baafames jijjiramoota sadan kana hubannoo keessa galchuudhaani. | SPKR279 | train |
|
Kana godhee, galgala galgala mana isaatti deebi'a. | SPKR279 | train |
|
Bonni gaafa hammaatu biqiloonni bishaan isaanii qusachuuf, hedduun baala harcaafatu. | SPKR279 | train |
|
Garaa hin ilaalu, garaaf hin dhiita'u. | SPKR279 | train |
|
Garuu ammoo gara mirgaatti fagaatanii furga'uunis miidhaa qaba. | SPKR279 | train |
|
Yeroo inni itti barbaadutti waan dhaqeef isa simata. | SPKR279 | train |
|
Yeroo sanitti kana gochuuf yeroo hin arganne ture. | SPKR279 | train |
|
Kana jechuun immoo keessoon kubbaa afuuraan guutuu qaba. | SPKR279 | train |
|
Garuu "ijoollee durbaa ofitti siqsanii, gorsanii jajjabeessuun guddisuutu maatiirra jira " jetti. | SPKR279 | train |
|
Wayita mariin deemaa tureetti dibbee waraanaa tumuun tolaaf hin turre. | SPKR279 | train |
|
Sammuun qullaa miti Qaaman qullaa deema! | SPKR279 | train |
End of preview. Expand
in Data Studio
README.md exists but content is empty.
- Downloads last month
- 435